Nuti Eenyu?

Karaa dhugaa kan gara jireenya bara baraatti ilmaan namootaa geeysu Al-Masih Iisaa argannee jirra. Karaa kana namoota hundumaaf himuu feena. Al-Masih Iisaati amanuun akkamitti akka jireenya keenya jijjiiree fi Rabbi wajjiin nagaya nuuf kenne, akkasumas Rabbi beekuu fi jireenya haarayaas qabaannu waan nu godheef seenaa isaatii fi seenaa keenyaas isiniif ragaa bayuu feena.